Weellisaa Adam Mohaammad armaan dura sirboota aadaa Gujii sirbuun beekamtii horate. Akkaataa uffannaafi rifeensa tolfannaa isaatiin ammoo aadaa ofii calaqisiisuun beekama. Armaan dura sirbi ‘Lammii, ...
Dhiiraa dubartii namni hin hafne. Kanneen shubbisan keessa haadha mucaas argeera. Nama walleewwan godinaalee Oromiyaan shubbisaa jiran kana argeef qe'ee Oromiyaa keessa waan jiru itti fakkaatuu mala.